News
Ertiraan qabdsoo Oromoo akka dadhabsiistu osoo beektanuu akkamiin achi turuu filattan? kan jedhuuf furmaanni biraa caalu yeroo sanatti akka hin turre himan Koloneel Gammachuun.
Yeroo dheeraaf qabiyyeen walleewwan Afaan Oromoo hedduun siyaasa irratti kan fuulleffatan turan. Waggoota dhihoo as garuu walleewwan siyaasaa ykn kan mootummaa qeeqan baayyinaan hin mul'atan.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results