Dhaabonni Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) fi Koongireesiin Federaalawaa Oromoo(KFO) ibsa waloon baasan keessatti ''nageenya Oromiyaa ilaalchisee mootummaa waliin waliigalteerra gahuun akka danda'amu ...
ABO-WBO Mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu uummata Oromoo mirkaneessuuf akka qabsaa’u hima. Dabalataan dirreen siyaasaa Itoophiyaa keessaa akka bal’atu, waajiraaleen paartilee mormituu ...