News
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itophiyaa dhimma dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) irrattii ''ragaalee qoradheen fuula duratti murtoo kennaa'' jedhe.
Dhaabi ABO Obbo Daawud Ibsaatin hoogganamu filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa jahaffaa keessaa akka bahu murteessuu isaa ifatti labse. Gareen Obbo Araarsoo Biqilaan hoogganamu garuu akka hirmaatu ibse.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results