"Waraanni Bilisummaa Oromoo namoota ni jaallata, ni kabajas. Ummannis akka jiraatu barbaada malee hin balleessu," jedhu ajajaa olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo ta'uu kan himan Obbo Dhugaasaa ...
Waraanni Bilisummaa Oromoo (ABO- WBO) waraana Keeniyaa waliin lola tokkollee akka hin qabnee fi isaan loluufis akeeka akka hin qabne ibse. Gorsaa Ajajaa Olaanaa ABO- WBO kan ta'an Obbo Jireenyaa ...